
araa osoo jalaalaati isii asii naqabdee lafaan naan maratu akmiiiiiiii issiiini kan biroo maramaruuf jalaa kattuu erga mara maramartee waan barbaduu dhabde isaa duraa darbitee demtee dagatee araa akmiini yaddattee garaa isaa dhufufuu fulaa isii ASA fuleyiifate garmallee gaddittee shilenoyitee hin dhorkinaa dhisaa haa dhuftuu ofiifuu akaa maraatuu moraa Koo dubaa dademuu mallee ol godhattee naa laaluu soddate tassa garaaniini gara dadhabee gabahee hin jirtuu katee kuttee fagatee akaa waanan beyinee halalaa fagoo irraaa dheyitee magala jalaalaa walakaa dhabate ija jalaalaatiini milate naa lalate Mira qama kottii marrahuu naa holachifte naaf qama kotii marrahuu bar bishaan naa gotee nah ee rifadhee usee ofirraa gadta,ee taka muddanoo jalaalaa taka siifi tan tanan duraa ofirratuu arkee hin bekuu tun anaafuu f Tan jalqabattii akaan ittii dhiihadhee dubanee kessii Koo soddaan haagugamee guutamee akaa waan baddii biroo balleesse dhefa ittii dhufee naa dhiftee na dheyisuu egaltee waniini gamakottii sii dhamuu yoo jaratee enyuu akaa tatee Fi malaa akaa tatee akaa naan gafanee ofitiyaafuu nahee rifadhee ofwalalee Mee malii malii millii Koo mucucate gufte laafaan laferraatti kufee cacabee hurrahee qama namaa kan gutuu kan tawatee hordofuu Mira ta,uu isaa araa baree jalaalaa dhoyissaan dhokatee gudatetuu ara guyyaan isii genyaa dhoheyee direeraatti bahee Mira jalaalaa dhuga ta,uu sii qofa addaan dhafadhuu bekii tan bira ofirraa ittii dhissi murtesituu jalaalaa sii qifamitti na sii ta,uus bekii tan atuu ofirraati gartee jirta mii dhisii jecha jalaalaa afanitimiti gocha jalaalaa onee dhuga bekii osoo naan gafatini dhufte dhoyissaan kessa Koo seenee teyisee Mira qama kottii marrahuu tohatee akaa waan riimotti kan olii gad naa oftuu bekii aka waan abdii kutadhee dhufee milarratti sii kufee sitti hin fakatiini kan fudhee naa fidee jalaalaa dhuga ta,uu isaa bekii kessi Koo jalaachuu hamachuu siimachuu malee jaba hin bekuu bekii kessi Koo banadha kotu seeni hugusun agarta Mee yoo sii tatee nii teyisaa yoo sii ta,uu batee huguu sun betee demta bekii demcorassi jalaalaa achitti agarta bekii

