Song Cover Image

aishaatoo(128k).mp3

V6-MINI

[Intro] [bright electric guitar riff, syncopated percussion] [Verse 1] [male lead vocals] Dogomaan dogomaani si jaalata ammeennii kee hin dhabne Imimmaan koo na mikaa'uuf funtuu funtuu siin na falani Nawwarantee onneetoo maashoo tiyya jaalala keetini Humnaan na dhaalhamtuu sirraa fagaachani Sirraa fagaachani, sirraa fagaachani Sirraa fagaachani, sirraa fagaachani [Chorus] [vocal harmonies enter, driving beat] maashootoo aishaatoo lubbuutoo onneetoo Miidhamee jaalalaan Hobamee akkakkaari Ittuma kabaakuu Hawwalgaa dubari Heetuu si kakkabaa Injiruu kakkakooti Afeenaan nu banne jaalala keetini Afeenaan nu banne jaalala keetini [Bridge] [synth lead melody, rhythmic guitar] Yaamessu jaalala utuu kitti yaa onnaaf siin dhabde Soraa jiru tiyyaa je'een si filadhe Ansumanuma yaa messu jaalala Utuu kitti yaa onnaaf siin dhabde Soraa jiru tiyyaa je'een si filadhe Ansumanuma yaa [Outro] [percussion intensifies] Maaf hin oofne taltii hordofnis maaf hin taala Sabboontittii har'aa sabboonaa dambaletti Sanaaf walin barbaada rabbiin koo naaf kenne [electric guitar solo, fade out]