
[Verse 1] tiyaa tiyya deessee koopda seenaa guddaa wanta hin daganne olmaan kee naaf addaa tiyaa tiyya oolmaa kee deebisuuf siif gala waadaa seenaa hin daganne naaf keesseette qooda ati naaf jettee gatiin ati baastee tiyaa tiyya [Pre-Chorus] aanaan kunuunsuudhaaf ofii kee dagattee waan si barbaachisu ofitti hir'iftee humna fi dandet anaaf aarsaa gootee na guddisuudhaaf ofii keetii miidhamtee [Chorus] tiyaa tiyya, tiyaa tiyya galanni kee baay'ee tiyaa tiyya, tiyaa tiyya gatiin kee hin galu jaalala keetu aadaa of aarsaa naaf goote naaf jiraadhu, tiyaa tiyya haadha too, si jaaladha (si jaaladha) [Verse 2] naaf jiraadhu haadha too madda namummaa koo yoomuu hin irraanfattu sijaaaddi sammuun koo galanni kee baay'ee yommuu na harkaan uumu mee ani maal dubbadhee waa'ee kan kee himuu gatii oolmaa keetii walbira hin qabamuu haadha too gogeesssee too umrii naaf dheeradhumatoota [Pre-Chorus] yoo rabbin jedhe si jaaladha haadha too naan jedhu yeroo hundaa si keessaa argadhe ana kan ati naa laatte jireenya natti fakkaate qofti kee naaf ga'a ati madda koo taate [Chorus] tiyaa tiyya, tiyaa tiyya galanni kee baay'ee tiyaa tiyya, tiyaa tiyya gatiin kee hin galu jaalala keetu aadaa of aarsaa naaf goote naaf jiraadhu, tiyaa tiyya haadha too, si jaaladha (si jaaladha) [Bridge] kan ani har'a ta'e si keessaa ka'e har'aan beekee jira qabeenya kee hunda akka bosonaa bal'aa ati na baattette akka marga bona keessaa na deebistee jira [Final Chorus] tiyaa tiyya, tiyaa tiyya galanni kee baay'ee tiyaa tiyya, tiyaa tiyya gatiin kee hin galu jaalala keetu aadaa of aarsaa naaf goote naaf jiraadhu, tiyaa tiyya haadha too, si jaaladha (si jaaladha)

